Which one you first choose? በቅድሚያ የሚፈልጉት

Saturday, July 21, 2018

Menafiqan Addiss netelaa zemaa leqequu








Osoo hin dubbisiin bira hin darbiinaa.

G/W/B/A/Limmuu magaalaa galiilaa irraa Qillensa irraa akkaan olchuuf karaa fb naaf ergame

======= =======
Share gochuun waliif dabarsu hin dagatiina.


guyyaa 9,11,2010 guyyaa keessaa sa'atii 6:30 G/W/B/A/Limmuu magaalaa galiilaatti balaa motoraatiin nama maqaan isaa ...... ( Maqaa isaanii natu bekaa hanbiisee) .... lubbuun isaa darbee gaafa guyyaa 10,11,2010 immoo awwalchi isaa waldaa mulu wangeelii kan jedhamutti rawwate......
harra jechuun 12,11,2010 immoo amana warra Protestantii kan tahe tokko guyyaa keessaa naannoo saati 8;00 bakka maatiin isaa fi haatii mana isaa jirtu deemuun yesuusitti natti mullatte deema awwala diiga inni Hin duune jechuun....
kan dhagahuun ummanni magaalitti utuu Hin hafiin buqqaye ilaaluuf deemani turani kanaan booda gaafa deemanii awwaalcha irraa diiganii,saanduqaa reeffa banaan hundumtu naasuu of wallaalee yegguus hedduuwwan amantoota kana afuurtu nurraa buhe jechuun yeroon lafa jeeqanitti raajiin ani ammaaf maqaasa adda baafachuu Hin dandeenye kun.....
huccuu reeffa kanatti marame jiru gaafanni irraa saaquu homaa waanti haaraa gaafa dhibu itti jedhe iyyuu jalqabee maqaa yesuusiin kahi jechuun gaafa dadhabuu ani Hin dandeenye ittiin jechuun firaaf maatii akkasumas namoonni ilaaluu deeman hundinuu booyichan of wallaalan hedduu wwan immoo foolli reffichan kan gaggaban illee ni jiru yeroo amma kana obbo Abdisaa kan jedhaman haala rakkisa keessatti argamuu hedduwwaniins kan raajeffachise ture.maaloo sitti toleef warreen sagalee raajota sobduu dhagahuun karaa irraa kaha jiraniifi hanga isaa du'erra illee awwala diiganitti kanneen gaha kanaaf barumsa haa tahu ifoomsi galatoomi!!
seenaa dhugaa amanuuf kana namaa rakkisuuf ajaa'ibaa addaati waanti kan raawwate bakka geggeessitoonni,barsiiatonni wangeela,raajonni waldichaafi waldalee aanicha biroo argamanitti ture.

Barbbaachiisa ta'e yoo argame Maqaa isaaniis ta'e suraa fi Vidi'oon kan degaraamee waan jiruf gadhiisu dandda'ama.

Raajootii sobduu irraa of qusadha.

No comments:

Post a Comment

wanted officials