Which one you first choose? በቅድሚያ የሚፈልጉት

Saturday, August 29, 2015

Guddaa saalpaa fariddi guniddaan dhessa “ኦሮሚያን እንገነጥላለን የሚለው ጥያቄ ታላቋ ኢትዮጵያን ለመሰረተው የኦሮሞ ህዝብ ስድብ ነው” በፍቃዱ ኃይሉ (ከቂሊንጦ እስር ቤት)

“ኦሮሚያን እንገነጥላለን የሚለው ጥያቄ ታላቋ ኢትዮጵያን ለመሰረተው የኦሮሞ ህዝብ ስድብ ነው” በፍቃዱ ኃይሉ (ከቂሊንጦ እስር ቤት)

በ19ኛው ክፍለ ዘመን መገባደጃ ላይ አውሮፓውያን አፍሪካን ለመቀራመት ተሰብስበው ወሰኑ፡፡ ኃያላኑ መንግስታት የየድርሻቸውን ሲወስዱ የኢትዮጵያን አካባቢዎች ለመውረር የሞከረው የጣሊያን መንግስት ነበር፡፡ አውሮፓውያን ወራሪዎች ‹‹ዓላማችን አፍሪካውያንን ከእንቅልፋቸው ቀስቅሶ ማሰልጠን ነው›› ቢሉም እየዋሹ ነበር፡፡ ዋነኛ ዓላማቸው የአፍሪካን ሀብት ለፋብሪካዎቻቸው ጥሬ ዕቃ ማድረግ ነበር፡፡ ሆኖም እግረ መንገዳቸውን አፍሪካውያንን ሀይማኖታቸውን እያስለወጡ ከራሳቸው ጋር ያመሳስሉታል፡፡ ቋንቋ፣ ወግ እና ልማዶችን በማጥናት ዘመናዊ በሚሉት በራሳቸው ቋንቋ፣ ወግ እና ልማድ ይተኩታል፡፡ አፍሪካውያንን ማሰልጠን የሚሉት ይህንን ነው፡፡ በዚህም ምክንያት ከቅኝ ግዛት በኋላ ብዙ አፍሪካውያን የራሳቸውን ቋንቋ፣ ባህል እና ስርዓት ሙሉ ለሙሉ አጥተው በአውሮፓውያን ገዥዎቻቸው ባህል እና ስርዓት እየተዳደሩ ነው፡፡ ኢትዮጵያ ግን በአንጻሩ ይህንን ወረራ በኅብረት መመከት በመቻሏ ምንም እንኳን ከአውሮፓ ተጽዕኖ ባትተርፍም የተለየ (የራሷን) ባህል እና ወጎችን እንደያዘች አለች፡፡


በፍቃዱ ኃይሉ

ኢትዮጵያ የአውሮፓ ወራሪዎችን መመከት የቻለችው ህዝቦቿ በመተባበራቸው ነው፡፡ የጣልያን ሰራዊት አድዋ ላይ ድል ካደረጉት የጦር መሪዎች መካከል ባልቻ ሳፎ (በፈረስ ስማቸው አባ ነፍሶ) ሳይጠቀሱ የማይታለፉ የኦሮሞ ልጅ ናቸው፡፡ ከምንም ተነስተው የጦር ሚንስትር እስከመሆን የደረሱት ሀብተጊዎርጊስ ዲነግዴ (አባ መላ) ለዚህ ደረጃ የበቁት በአድዋ ባሳዩት ጀግንነት እና መለኝነት ነበር፡፡ እርሳቸውም የኦሮሞ ልጅ ናቸው፡፡ ጣልያን ድል ሆኖ መመለሱ ቆጭቶት ከ40 አመታት በኋላ ሲመለስም ወረራውን በመመከት ረገድ ከሌሎች ኢትዮጵያውያን ጋር ኦሮሞዎች ተሰልፈው ነበር፡፡ ከነዚህም መካከል የማይዘነጉት እነ ገረሱ ዱኪ እና ጃጋማ ኬሎ ይገኙበታል፡፡ ጀግናው ጃጋማ ኬሎ ፍቀረማርቆስ ደስታ በጻፈላቸው ታሪካቸው ውስጥ ‹‹ኦሮሞ የኢትዮጵያ ግንድ ነው›› ሲሉ ነግረውታል፡፡ እውነታቸውን ነው፡፡

የኦሮሞ ህዝብ በብዛት ትልቁ ኢትዮጵያዊ ብሄረሰብ ነው፡፡ የኦሮሞ ታሪክ ከተጻፈው በላይ ትልቅ ነው፡፡ የኦሮሞ ጎሳዎች ይተዳደሩበት የነበረው የገዳ ስርዓት ዴሞክራሲ ለኦሮሞ ህዝብ ባህሉ ነው ያስብላል፡፡ በኦሮሞ ባህል የሰዎች አደረጃጀት የበላይና የበታች የሚለው ብዙም ተቀባይነት የለውም፡፡ በየትኛውም የገዳ ስርዓት የስልጣን እርከን ላይ ያለን ሰው የትኛውም ተራ ሰው መተቸት እንዲችል የኦሮሞ ባህል ይፈቅድለታል፡፡ ይህ ዓይነቱ ባህል የህዝብ መሪዎች ከህዝብ ትችት እንዳያመልጡ የሚያደርግ ስለሆነ ለሁሉም ኢትዮጵያውያን ያስፈልገናል፡፡
የኦሮሞ ህዝብ፣ ምንም እንኳን የብዛቱን ያህል ተጠቃሚ ባይሆንም የኦሮሞ ልጆች በኢትዮጵያ ታሪክ ውስጥ የስልጣን ተቀናቃኝ ሆነው አልፈዋል፡፡ አንዳንድ ባለታሪኮች ‹ዘመነ መሳፍንት› የሚሉት የኢትዮጵያ ክፍለ ታሪክ በየጁ ኦሮሞዎች ኢትዮጵያ የተመራችበት ዘመን ነው ይላሉ፡፡ ያኔ መናገሻ የነበረችው ጎንደር ከተማ የስራ ቋንቋዋ ኦሮምኛ ሆኖ ነበር፡፡ በሌላ ጊዜ ደግሞ ንግስናውን ያገኙት የአማራ እና የትግሬ ገዢዎች ከኦሮሞ ጦረኞች ጋር ተስማምቶ ለማደር በጋብቻ መተሳሰርን መርጠዋል፡፡ ለምሳሌ ቴዎድሮስ ልባቸው እስኪጠፋ ያፈቅሯት የነበረችው ሚስታቸው የወሎው ኦሮሞ ራስ አሊ ልጅ ተዋበች ነበረች፡፡ አጤ ምኒልክ ያገቡት ‹‹የኢትዮጵያ ብርሃን›› የምትባለውን ዜደኛ የየጁ ኦሮሞ ሴት ጣይቱ ብጡልን ነበር፡፡ …ኦሮሞዎች ኢትዮጵያን በቀጥታ ባልገዙበት ዘመን በተዘዋዋሪ አዝዘውባታል፡፡

በኢትዮጵያ ታሪክ ውስጥ እንዳለመታደል ሆኖ ህዝቡ ተመችቶት አልኖረም፡፡ የኦሮሞ ህዝብም የዚሁ ገፈት ቀማሽ ነበር፡፡ መሪዎች በተገላበጡ ቁጥር ለራሳቸው ሲሉ ድሃውን ገበሬ ሲያንገላቱ ኖረዋል፡፡ ነገስታቱ ለግል ጥቅማቸው ሲሉ ከጎናቸው ያልተሰለፈውን ሁሉ በኃይል ያጠቁ ነበር፡፡ ገበሬው ያመረተውን ቆርሶ የማካፈል ግዴታ ነበረበት፡፡ ግብር የበዛባቸው ገበሬዎች ከመማረራቸው የተነሳ የእህል ክምራቸውን የንጉስ ወታደሮች ሊወስዱባቸው ሲመጡ እህሉ ላይ እሳት ለኩሰውበት ይሸሹ ነበር፡፡ ነገስታት በመጡ፣ ነገስታት በሄዱ ቁጥር ድሃው ህዝብ እረፍት ሳያገኝ ኖሯል፡፡ የኦሮሞ ህዝብ ከጥቂቶቹ የስልጣን ተቀናቃኞች በስተቀር ቀሪው ያሳለፈው ታሪክ የፈተና ነበር፡፡ ሆኖም ግን ጭቆናው ዴሞክራሲያዊ (ህዝባዊ) ያልሆኑ መንግስታት ባሉበት ቦታ ሁሉ ብዙሃኑ ላይ የሚጫን ቀንበር ነው፡፡

የኦሮሞ ህዝብ በታሪኩ ባደረጋቸው እንቅስቃሴዎች ከደቡብ ወደ ሰሜን በመስፋፋት ያልሰፈረበት የኢትዮጵያ ግዛት የለም፡፡ ከሁሉም ህዝብ ጋር ተቀላቅሏል፡፡ በአንዳንድ ቦታዎች የራሱን ባህልና ቋንቋ ሲያወርስ በሌሎች ቦታዎች ደግሞ ከተስፋፋባቸው አካባቢዎቹ የቀድሞዎችን ነዋሪዎች ባህልና ቋንቋ እንዲሁም ሀይማኖት ወርሷል፡፡ ‹‹ግማሽ ሲዳማ››፣ ‹‹ግማሽ ጉራጌ›› የሲዳማንና የጉራጌን ባህል የወረሱ ኦሮሞዎች ናቸው፡፡ የወሎ ኦሮሞዎች አማርኛ ቋንቋ እና እስልምና ሀይማኖት ወርሰዋል፡፡ ራያ እና አዘቦዎች ትግርኛ ቋንቋና ክርስትናን ወርሰዋል፡፡ … በዚህ መንገድ ኦሮሞዎች ከሌሎች ኢትዮጵያውያን ጋር ተሳስረዋል፡፡ ሶሾሎጂስቱ ዶናልድ ሌቪን የኦሮሞዎች እንዲህ ከሌሎች የመዋሃድ ችሎታ ትልቋን ኢትዮጵያ ፈጥሯል ይላሉ፡፡

የኢትዮጵያ ህዝቦች አሁንም ከገዥው ጭቆና አልተላቀቁም፡፡ የዛሬይቱ ኢትዮጵያ ልክ እንደ ትላንቷ ኢትዮጵያ የመብት ጥያቄ ያነሱ ልጆች በኃይል ይጨፈለቃሉ፡፡ ይህንን ጭቆና ሁሉም የኢትዮጵያ ልጆች በየራሳቸው መንገድ እየታገሉት ነው፡፡ ይሁን እንጂ በተባበረ ክንድ መታገል ባለመቻላቸው ጭቆናው ሊቆም አልቻለም፡፡ ብዙ የኦሮሞ ልጆች መፍትሄው የኦሮሚያ መገንጠል እንደሆነ ሊያምኑ ይችላሉ፡፡ ኦነግ በቀድሞው ብርታቱ ባይኖርም መንፈሱ አለ፡፡ ብዙዎች የኦነግ መንፈስ የሚሉት ይህንን ‹‹እንገነጠላለን›› የሚለውን ጥያቄ ነው፡፡ ብዙዎች የተሰውለት፣ ብዙዎች የታሰሩለት፣ ብዙዎች የተሰደዱለት ጥያቄ ይሄው ቢሆንም እስካሁን ለውጥ አላመጣም፡፡ በእኔ እምነት ጥያቄው ለውጥ ያላመጣው በሁለት ምክንያቶች ነው፡፡ አንደኛ ትልቋን ኢትዮጵያ የመሰረተው የኢትዮጵያ ግንድ (የኦሮሞ ህዝብ) እንደቅርንጫፍ እገነጠላለሁ ማለቱ ነበር፡፡ ሁለተኛ ጠላታችን የሆነውን ጭቆና ማሸነፍ የምንችለው በመተባበር እንጂ በመለያየት ባለመሆኑ ነው፡፡

የጣልያን ወረራን ያሸነፍነው በተባበረ ክንዳችን እንጂ በተነጣጠለ ኃይል አይደለም፡፡ አሜሪካ ዓለምን የምትመራው ክፍለ ሀገሮቿ ተባብረው አንድነት ስለቆሙ ነው፡፡ አውሮፓውያን የአውሮፓ ህብረትን የመሰረቱት የአሜሪካን ኃያልነት በህብረት ለመቋቋም ነው፡፡ አፍሪካም ወደ ህብረት እየሄደች ነው፡፡ በህብረታችን ታሪካዊ ጠላታችን ጭቆናን ማሸነፍ ይቻላል፡፡ መገነጣጠል ግን ይብሱን ያደክመን ይሆናል እንጂ አይበጀንም፡፡ የኤርትራ መገንጠል ለኤርትራ ህዝብ ነጻነት አላስገኘም፡፡ የደቡብ ሱዳን መገንጠል ለደቡብ ሱዳናውያን ሰላም አላመጣላቸውም፡፡ የሶማሊያ አንድ ብሄር መሆንና አንድ ሀይማኖት መከተል ከመበጣበጥ አላዳናቸውም፡፡ መዋጋት ያለብን ጭቆናን እንጂ ህብረታችንን አይደለም፡፡
ኦሮሚያን እንገነጥላለን የሚለው ጥያቄ ታላቋ ኢትዮጵያን ለመሰረተው የኦሮሞ ህዝብ ስድብ ነው፡፡ ሽንፈት ነው፡፡ ትግሉ መሆን ያለበት ጠንካራና ነጻ ኢትዮጵያን ለማረጋገጥ ነው፡፡ የኦሮሞ ፖለቲከኞች ለዚህ ዓላማ (ሌሎች ፖለቲከኞች ባይመቿቸው እንኳ) የዴሞክራሲ ባህላቸውን ተጠቅመው ሊታገሉት ይገባል እንጂ የገነቧትን ትልቋን ኢትዮጵያ ጥለው እንገነጠላለን ማለት የለባቸውም እላለሁ፡፡ የታላቅነት ምስጢሩ ህብረት እንጂ ነጠላነት አይደለም፡፡ በህብረት እናሸንፋለን!


Guddaa saalpaa fariddi guniddaan dhessa

Befqadu Hailu

Dhumnii jaarraa kudha saglaffaa dhuma yeeroo Awuroopaanoonnii ardii Afrikaa hirachuuf murtteeffatan ture. Mootootnii awuuroopaa kan ga’ee isaanii yoommuu fudhatan, ga’een Xaaliyaanii naannawa Itiyoophiyaa tuuree.Weerartoonnii Awuroopha sababni weerarreef ‘’ummata Afrikaa hirriba irra damaqsiinee qaroomsuufii’’ yoo jedhan illee dhugaan yeeroo sanaa garuu kanarraan adda.Sababnii weeraraa innii guddaan omisha warshaaleetif meeshaa dheedhii argachuu dabrees gabaa barbaaduuf ture. Amantaa Afrikaanoota jijjiraa gocha fakkoo isaanii taasisuus walfaana raawwatuu.Afaan, aadaa fi duudhaa ummatichaa eega qoratanii booda afaan, aadaa duudhaa ammayyaa dha jedhaniii amannan kan offii uwwisuu tuuree.Egaa Afrikaa qaroomsuu kan jedhan gocha akkanaa kanaan.Sababa gocha awuroopaanoota kanaan biyootnii Afrikaa baayyeen afaan,aadaa,duudhaa ofii guutumaan guutuuttii dhabanii enyummaa gita bittootaatin buluttiideemaniruu. Gama kanaan Itiyoophiyaan dhibbaa awuroopaanoota irra hafuu baattuus, hamma tokko aadaa fii dhudhaa adda ta’ee qabbattee turuu dandessee jirtii.

Itiyoophiyaan weerartoota Awuroophaa qolachuu dandessuun ishee tuumsa ummattotaa walirrattii godhaniini.Injifanno aduwaa loola Xaaliyaani wajjin godhamee irrattii shoorrii ijoolleen oromo kana akka Baalchaa Safoo maqa fardaatiin Aba Nafsoo taphatan akka laayyootii kan ilaalamu mitii.Sababnii Fiit Awraarii Habta Giyoorgisi Dinagdee (abba malaa) sadarkaa hoggansaa abbaa duulaa ga’uun isaanii innii guddaan jagnummaa adda waraana aduwaa irrattii raawwataniin turee. Xiiqii waggaa afuurtamaatiin Xaaliyaan deebi’ee biyyattii yoommu weeraruu, qabsoo bilisa baasaa Itiyoophiyaa fiiniinsuu kessattii, Itiyoophiyaanoota kaan wajjiin hinkoo isaanii bahanii jiruu. Gama kanaan Garasuu fi Jaagamaa maqaa kaasuun ni danda’ama. Jaagamaa keelloo Gootichii, kitaaba seena dhunfaa Fikira Maarkoosi Dastaa barreesseefi kessattii ‘’dame malee Jirmiii hin binxamuu’’ jedhanii ibsaniruu.Jeechi isaanii kuun dhugaa turee.
Saboota biyyattiin qabduu keessaa Oromoon lakkofsaan guddaa dha.Seenaan Oromoo seenaa barraayee jiruu irrayyuu guddaa dha.Sirnii ittin bulmaata Oromoo, Sirni Gadaan, dimookraasiin Oromoof aadaa akka ta’ee kan mullisuu dha. Sadarkaa hawaasa wajjin walqabatee Aadaa Oromoo kessattii guddaa fi xiqqa jeedhanii qooduun hin jiruu. Sirna gadaa kessattii nama sadarkaa hoggansa kamuu qeequun aadaa oromootii.Aadaan akkasii kuun bakka buutoonni ummata qeeqa ummataa miliquu akka hindandeenyee taasisa waan ta’eef ummanni Itiyoophiyaa biraatiifisi muxxannoo irra fayyadamuu qabanii dha.

Ummannii Oromoo hamma baayyina isaa fayyadamoo ta’uu baatuus, ijoolleen Oromoo angoo siyaasa Itiyoophiyaa argachuuf falmaa darbaniruu. Beektootnii siyaasa tokko tokko kutaa seenaa biyyattii ‘’Zamana Masaafinti’ jedhamee yeeroo beekamuttii biyyattiin Oromoo yajjuu jala bulaa akka turtee nii ibsuu.Yeeroo kanattii afaan masaraa Goondari afaan Oromoo akka turee seenaan nii ibsa.Gama biraatiin yoo ilaallee mootootni Amharaa fi Tigree looltota Oromoo wajjin fuudhaafi heerumaan firummaa horatanii falmii angoo siyaasa hambisuu tuuree. Intaltii Mootii Teewoodrosijaalalaan boojitee intala Oromoo Wollo Raas Alii kantaatee Tawaabachi turtee. Kana qofaa mitii.Nitii Mootii miniliki ‘’Ibsituu Itiyoophiyaa’’ jedhamtee jajamtuu xaayituu bixuuli dubara Oromoo yajjuu dha.Bara Oromoonnii Itiyoophiyaa hin bulchinee kessattii ilee murtee karra dubaan dabruu kessattii qooda qabuu tuuree.

Akka carraa ta’ee seenaaItiyoophiyaa keessattii yeeroon ummannii jireenya mijoo dabarfatee hin turree.Ummannii Oromoos dararoo kana dhandhamatee jira.Bulchitoonnii yoommuu jijjiraman fedha isaanitiif jecha qootee bulaa dhippisuu turee.Mootootnii biyyattii ummata isaan faana hin hirirree tarkaanfii humnaan gutamee fudhatuu.Callaa Qootee bulaan omisheemootii bulchuu wajjiin dirqama qoduu qaba tuuree.Qootee bulaa gibira kafaluu dadhabee ijjii isaa otoo arguu looltoonii motichaa omisha isaa akka hin fudhanne calla dafqa isaatiin omishee gubee baqataturee .Mootin tokko dabreee mootiin biraa yoo dhufuu ummanni boqonnaa dhabaatii kan jiraatee.Namoota muraasa angoof dhama’an malee jiruun ummannii dabarsee jiruu deegaa turee. Haata’uu malee Cunqursaan akkasii kuun waanjoo gabrummaa bakka bulchaan ummataa kara dimookraatawaatiin hin filamnee marattii kan fe’amuu dha.

Baballina ummatnii Oromoo Seena kessa raawwateen kaaba fi kibba biyyattii keessattii bakka ummannii Oromoo hin qubannee hin jiruu.bakka tokko tokko afaanii fii aadaa isaa barsiisaa bakka birattii immoo aadaa fi afaan akkasumas ammanta bakka sanaa dhaalee jiraata. “Walakkaa sidaama” fi “walakkaaguuraageen” warra aadaa sidaama fi guraagee fudhatanii dha.Oromoon woolloosi afaan Amhaara fi amanta Islaamaa fudhataniruu.Raayyaa fi Azaboon Tigriffa fi kiristaanummaa fudhataniruu. Gama kanaan ummannii Oromoos ummattoota Itiyoophiyaa kaan wajjin walittii hidhinsa umee jiraa.Soosiyoolojistii Donaald Leevan jedhaman akka ibsanittii amala dafanii ummata biraa wajjin makamuu oromoon qabutuu Itiyoophiyaa gudittii uumee jedhu.

Ammas taanan ummannii Itiyoophiyaa gita bittaa cunqursitoota jala hin baanee.Itiyoophiyaan harraa akka Itiyoophiyaa kalessa san bakka nammoonni mirgasaani gaafatan humnaan ukkaamamanii dha. Itiyoophiyaanoonni hundii Cunqursaa kana karaa filataniin qabsaa’atii kan jiran. Haata’uu malee ummannii tokkummaan ka’ee cunqursaa kana ofiirraa qolachuu waan hin dandeenyeef cunqurfamuun hin hafnee.Ijoolleen Oromoo baayyeen fallii kana foxxoquu dha jedhuu ta’a. Jabina duraan qabuu haa dhabuu malee afurrii ykn miirrii ABO ammas jira.Namoonnii baayyeen afurrii ABO afura ‘’foxxoquu dha‘’ jedhanii amanuu.Namoonnii hedduun galma kanaaf wareegamani, hidhamani biyya irra baqataniis jijjiramnii barbaadamuu hin dhufnee. Akka hubannoo kiyya yoo ta’ee sababnii galmii kun hin ga’iniif sababa lamaanii. Sababni inni Tokkoffaan jirmii Itiyoophiyaa hundessee (ummatnii oromoo) akka dameettii binxama jechuu isaatinii.lammaffaan dina keenya kan ta’ee cunqursaa mo’uu kan dandeenyuu walin dhaabbachuun malee adda bahani waan hin taaneefii dha.
Weerara xaaliyaanii qolachuun kan danda’amee irree gamteessuutini malee qabsoo dhunfaatiin hin turree.Ameerikaan addunyaa dursaa kan jirtuu kutaaleen biyyaa walin waan dhaabbatanifii. Dhiibbaa Ameerikaa dandamachuuf Awuroopaanoonnii gamtaa Awuroophaa hundessani jiruu.Afrikaanisi gamtaa ykn tokkummaa Afrikaattii deemaa jirtii.Tokkummaa keenyaan dina seenaa kessa kan ta’ee cunqursaa mo’uu ni danda’ama.Adda bahuun garuu sirumaa humna nuu dhabsisa malee nuu hin toolu.Foxxooquun Eritriyaa ummataaf bilisummaa hin fidnee.Foxxoquu Sudaan Kibbaatin nagaa horachuun hin taane.Saba tokko ta’uunifii amantaa tokkoo hordoofuun ummata Soomaaleetiif waa hin buusnee .Kan looluu qabnuu cunqursaamalee tokkummaa ykn gamtaa keenyaa ta’uu hin qabu.

Ummata Itiyoophiyaa hundesseef Oromiyaa foxxoqsina gaaffiin jedhuu arraba. Mo’amuu dha.Qabsoon kan ta’uu qabuu Itiyoophiyaa bilisaafii cimtuu dhugoomsuu dha. Hayyootiin siyaasa Oromoo(hayyulee siyaasa biro wajjin wali galuu baatanis) aadaa dimookraasii qabanittii fayyadamanii qabsaa’uu qaban malee biyyaa Itiyoophiyaa ijaarree dhisnee foxxoqna jeechuu hin qaban.Iccitiin haangafumma tokkumaa ykn gamtummaa dha malee addaan bahuu mitii.Injifannoon keenyaa gamtaa keenyaanii!

No comments:

Post a Comment

wanted officials